Madrasaa Guyyaa Sambataa

Ijoollee keenyaaf barumsa Quraanaa, Aklaaqaa fi seenaa Islaamaa barsiisna.

Tahfiidul Quraan

Namoota gurguddaaf sagantaa Quraana qulqulluun qiridhuu fi haffazuu qabna.

Gorsa Hawaasummaa

Maatii fi dhuunfaaf gorsa bu’uura amantii qabu dhiyeessina.

Tajaajila Nikaahaa

Sirna nikaahaa akkaataa Shari’aa Islaamaatiin ni raawwannaa.

Arjooma Now